waa’ee kenyaa

Waa'ee Keenya

Kaayyoo Dhaabbatichaa

Waldaan Geejjiba Gadaa kan hundaa’e kaayyoo armaan gaditti jiran galmaan ga’uuf yoo ta’u isaanis:

  • Fe’umsa meeshaa gogaa biyya keesaa fi biyya alaa, fe’umsa  fi tajaajila fe’umsa deddeebisa uummataa biyya keessaa  qindeessudhaan karaa gurmaa’en hojjeechuu.
  • Suphaa konkolaattoota adda addaaf kan oolu mana suphaa konkolaattota haala ammayyaatiin qopheessuun tajaajila suphaa konkolaattota kennuu.

  • Iddoo kuusaa boba’aa godinaalee adda addaa keessatti hundeessuu,lafa moojo irratti “ Gada general Motors” hundeesuun, tajaajilawwan adda aaddaa keessa galuu, buufata leenjii konkoolaachisumma ga’’essa ta’ee kennuu,

  • Hojii daddabarsa gumurukaa hojjachuu,

  • Odeeffannoo wa’e bakka do’annaa biyyitti keessa jiran mijeessuu, gosa do’anna filachuudhan tajaajila hojii daawwachisuu raawwachuu.

  • Kaayyoo dhaabbatichaa galmaan geessisuu kan danda’uuf hojii walitti dhufeenya qabu kamiyyuu hojjachuu.

Ergama

Ilaalcha Gurmaa’insa fi dandeettii raawwachistumma keenya cimsuudhaan tajaajila bal’aa suphaa konkolaataa, geejjiba amansiisaa kennuudhaan dhaabbaticha, Naannicha akkasumas biyyattiidhaaf qabeenyaa uumudhaan, Misooma Hawaasummaa fi dinagdeedhan akka guddatu tasisuu.

Mul’ata

Tajaajila Geejjibaa qulqullina fi saffina qabu kennuudhaan bara 2025 tti nannoo oromiyaa fi guutu biyyaa Itiyoophiyaa keessatti dhaabbata dorgomaa cimaa, dhaabbata Geejjiba dursaa fi amanamaa ta’ee argamuu.

Duudhaalee Dhaabbatichaa

Duudhaaleen kenya kan armaan gadiiti.