Baga Nagaan gara Dachee Oromiyaa dhuftan
Baga Gara Dachee Oromiyaa Biyyaa Hayyuu Qaraa Biyya allattiwaan garaa garaa Badhaatuu, Gabbattuu Magarsituu Hundaa Nagayaan dhuftan! Oromiyaan Dachee Seenaa qabeetti Biyya Qabeenya Uumamaafi Namtolcheetiin badhaate,Ummata Aadaa,seenaafi Afaan isaatiin boonu kan qabdu,akkasumas baay’ina Ummataatinis ta’ee bal’ina dacheetin heddu kan bekkamtu; bal’ina Afaansaatiin akka dachee Afriikaatti sadarkaa 3ffaa irratti kan argamu dachee Lalistuu fi magariisa bonaafi gannaati Oromiyaan.